Dheeda Somaalee Afur keechatti Oromoota Nagaa irratti Hardha Haleellan qindaayan raawwateera. Bizinaasiin Saamameera. Nami lubbuun darbeera. Qabeenyi Guddaan Oromoota jalaa manca’eera.
Bakkeewwan Oromoon itti Haleelame gurguddaan:
- Boorama
- Bosaasoo
- Jijjigaa
- Buhoodle …
Haleellaan kun itti fufinsa kan qabaatuu fi Qubsuma sumaalee adda addaa tti akka babal’atuuf agarsiiftuu hedduutu jira.
Oromoonni Qee jaraa jirtan Of eeggannaa cimsaa. Gumuun socho’aa! Gadilakkistanii bahuuf yaalaa.
Ammoo akka Armaan duraa, Shira Siyaasaati, Somaaleen Obbolaa Oromooti jedhamee salphatti wan callisamu miti.
Sabni keenyas, Somalee Boole-Mikaa’elii haga Fiiqqee, masqal-Filaaworii haga waacillee jirtu Nagaa gaafatuuf gara dirqamuutti deema 🫵
Hoo Sumaaleen Adda waraanaa Torbaan, Guyyoota Saglan darban Boorana rukuttu makkalakayan hafuura dhokfatee ciisaa jira.
Hardha Booranni walitti Birmatee, Moyaalee keechaa weerartuu dhayee baasee jira.
Daangaan Booranaa Aanaa Moyaalee miti. Booranni lafa isaa hafes hin deeffata.
Garuu garuu garuu, akkuma bara kaanii hoo Sumaaleen injifatamuu argu makkalakayaan amma Fiigee seena.
Arguuf jirra.
#Moyaalee 🫵
President Isaias of Eritrea 🇪🇷, the worst conflict entrepreneur in Horn of Africa, looks Depressed!
Behaving oddly on Russia - Africa summit.
Thank you Camera man 🫵
Capability and demand matters!
Both are still happy for what they demanded, able to buy and immediate delivery 🫵
Waltajjiin Moskoo hardha obba’a. Bori Obboo Puutin, Isuu fi Avvichuu mariisisa jedhamee eeggama.
Makkuun Wayyanee damassasee, Ektiraa naffa’uuf eega dhangoogfate booda Isayyas Obboo Putinitti iyyatee dhaabsise.
Waldubbii sana keecha haaldureewwan kayyaman jiru jedhame. Halduree sanniin keessaa hangafi.
- Asab Karaa Nagaa kennuu
- Oggana Wayyaanee faraxxaxee Ektiraa seene dabarsanii kennuu
- Atakaraa Egypt fi Sudan dhimma Bishaanii irratti Ixiyophiyyaa gul taasisan fi Shira deemu keechaa if qusatuu
- Riphee loltoota ixiyophiyyaa haadhan Leenjisuu fi Hidhachiisuu irraa if qusatuu….
Kaawwan Cufti sadarkaa amma Geopolitical Balance irra gahetti leverage isaa diqqaa.
Waa’een Asab garuu tabba.
Kuruuruun dhimma kana irratti akka hin tadaraaddarre ammuma biraan gayaa.
Qorxee laakillat
Jechumaafi 🫵
Video Analytics ❗️
Abiy: ነይ
Zinnuu; Hi’ii koo
Abiy: Koottu Haxarrawu
Zinnash: Hayyee hayyee…
Asirraa maal hubanna. Abiyyi Yeroo aartu Afaan Oromoo dubbatti. Kan Niitii caala xabaayii dhirsaa beeku eewure? Afaan Oromoon hifannaan, Sammuun itti ka’uufi jech’uu. So, Obey ASAP🫵
Dhiirti Gammoojjii qawwee walumaan guddatti. Akkuma Qun✖️urroo waliin dhalattee jedhuu dandeetta.
Hoo of Bartuu rarraafattee of agarte.
Kanaaf Hiikkadhu jedhamuurra Dû‘a filatti!
Nama hiikkadhu jedhuunillee qaamaan agarraan dhabama tolchiti.
Warri Hiikkadhu Jettan armaan achi Gammoojjii buunaan ya nyaadhamtan!
Jechumaafi 🫵
በምክንያታዊት የሚያምኑት ኣቶ ያየሰው ሽመልስ በዛሬ ምሽት ትንታኔያቸው
የ3ቱ ጄቶች ፍሬቻ አይሰራም ፣ አንደኛው ጄት ስፖክዮ የለውም - ተሰርቋል ፣ ሁለቱ ጄቶች ካራኪኖ ሰብረዋል ፣ በተለይ የአንደኛው ጄት ሞተር ፌክ ነው፣ ጄቱ ላይ የተገጠመው ሞተር የኤንትሬ መሆኑን ethioforum አረጋግጣለች ።
#Beekaa 😂










