Pinned Tweet
Sometimes history not repeat it!! Today, Oromoo youth has stopped joining the empire's army.
The former one will go by either ways.
The young refused & stopped being member of empire force.
The day all Oromoo withdraw from empire security structures,...
Read the genocide committed during Minilik invasion of Oromia in Baalee zone only.
#DecolonizeYourMind
Oromiyaanotni dhaggeeffadhaa!!
@Habtamu30820631 @RArarssa @ittaanaa_haftee @Jawar_Mohammed @TsedaleLemma
Xoophiyaan Impaayeera. Impaayeera osoo hin diigamiin dimookirisiitti ceete hin jirtu.
Nuuf Xoophiyaan ollaadha.
Barreessan kitaaba "Through Unknown African Countries" jedhu keessatti tibba lola Minilik godina Baalee weerare kan qaaman achitti argamuun duguuggaa sanyii Oromoo irratti rawwate kitaabicha fuula 101 irratti ibseera.
#DecolonizeOromia
Bara Weeraramuu Biyya Oromiyaa (1867-1897)
Mootiin Habashaa, Minilik Oromiyaa waggaa 30 itti duulee koloneeffate. Galmeen seenaa maal jedha?
"Lukkuu hanga lubbuu" jette PP'n.
Gantummaan kana caalu jiraree?
#Ethiopia: Military warns injured ex-soldiers protesting over land allocations, benefits could face ‘legal action’
Ethiopia’s military has warned that injured former soldiers who have recently staged protests in the #Oromia cities of #Adama and #Bishoftu over “unmet promises,” including demands for land allocations and other benefits, and who have broadcast the protests on social media, could face legal consequences, accusing unnamed “instigators” of exploiting their grievances to advance “a different agenda.”
addisstandard.com/?p=57068
Aadde @AdanechAbiebie mee jara jettu kana gara dhufanitti deebisi. Kadhannaa fi sagaagalummaa kan ummata barsiise jara sana.
Sagalee cunqurfamtootaa add, follow godhaa, YouTube keenya subscribe godhaa!
youtube.com/@ONM_ABO-f7n
facebook.com/share/17bk8agbx…
3
146















